WAAMICHA KFO/OFC UUMMATA BIYYA-ALAATIIF! Ummata keenyaaf haa Birmannu !

Oromo Federalist Congress
December 20
============

WAAMICHA KFO/OFC UUMMATA BIYYA-ALAATIIF!
Ummata keenyaaf haa Birmannu !
============================
Fincila Diddaa ‪#‎OromoProtests‬ jedhamu uummanni Oromoo guutuu Oromiyaa keessatti gaggeessaa jiraachuun ni beekkama.
Mormii kana keessatti namoonni dhibbaa ol humnoota waraana mootummaatiin ajjeefamaniiru; kumootaan madaa’anii qaama hirdhataniiru, lammiin keenya kumaatamaan manneen hidhaatti guuramaa jiru. Kanaafuu Gurmuun Deggartoota KFO Idil-Addunyaa gargaarsa maallaqaa karaa OFCtiin akka taasiftan kabajaan isin gaafanna!
Gargaarsa isin taasiftan caasaa godinaalee fi aanaa irraa qabnuun saba keenna biraan baasuuf waadaa ni seenna.
Gargaarsa taasiftan karaa lamaan taasisuu dandeessan:
1. karaa baankii:
Wells Fargo
Oromo Federalist Congress International Support Group
Account #5085840204
Routing #091000019
Wire Routing transit # (RTN/ABA) 1210002248
For International Transfer:
The International SWIFT/BIC code for Wells Fargo is:
WFBIUS6S (USD Payments)
WFBIUS6WFFX (Foreign currency payments)
Bank Name: Wells Fargo Bank, N.A.
Bank address: 420 Montgomery
SanFrancisco, CA 94104
2. Karaa Website (online payment)

Donate OFC International Support Group with Oromo Federalist Congress Party in Ethiopia has setup Emergency aid for Oromo Student Protest victims. Donate Now!
OFCINTERNATIONAL.COM